የአርበኞች ት/ምህርት ቤት የደረጃ ሁለት ተመራቂ ተማሪዎች በሁለቱም ስርዓተ ትምህርት በደማቅ ሁኔታ ተካሒዷል። Manni Barumsaa Arbanyoocha Barattoota BSTD Gulantaa 2ffaa Sirna Barnoota lamaaniinuu haala ho'aa ta'een gaggeeffameera.